Namni dhimma isaa dhiisee waa’ee kee kan haasa’uuf:
• Inaaffaa: Milkaa’ina kee waan dorgomuu hin dandeenyeef, si xiqqeessuun of ol qabuu barbaadu.
• Hojii Dhablummaa: Namni kaayyoo qabu waa’ee namaa odeessuuf yeroo hin qabu; kanaan "bashannanu."
• Of-dhabuu: Jireenya ofii keessatti gammachuu waan dhabaniif, xiyyeeffannaa gara keetti deebisu.
Gabaabaatti: Namni waa’ee kee dubbatu si duuba jira jechuudha. Ati gara fuulduraatti deemi, callisni kee deebii isaanii haa ta’u.
https://t.me/Tezeraofficial369
Forwarded fromTEZERA-OFFICIAL

May 13, 2026 332