Du'a ka’uu isaattin maal arganne‼️
✍️Goftaan Yesuus kan ka’e lamataa akka hin duuneetti fi irraa debi'ee jireenya dutti hin qabnee qabatee ka’ee.
Yesuus Kiristoos waarra du’an
kessaa ka'u isaattin maal nuuf kennee⁉️
1,Lamataa dhalachuu
Yoh. 11
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁵ Yesus garuu, "Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.
²⁶ Utuu jiruu kan anatti amanu hundinuu immoo bara baraan hin du'u; kana amantaa ree?" jedheen.
lamataa dhalachuun bu'aa du'a ka’uu fi du'a ka’uu waliin kan walqabatee dha.
Du'a ka’uun jirenyaa isaa moofaaf waaraa du’aniif kara Kiristoosin jireenya isaa haaraa kanaf ka’umsaa.
2,Abdii jireenya bara barati
1Phex 1:3irratti abdiin jireenya bara bara kan jedhe maliin? Kan hin banee:kan hin hafne :abdii hin jijjiramnee isaa Kanaaf dhalannee.
Abdii fayyuu keenya kan hin baanee: kan hin hafnee: kan hin jijjiramnee ta'e hafuuraa Qulqulluun eegamee gara fulduraatti in Mul’ata. Kan xumuramu biyyaa lafarratti miti biyyaa lafa irraa kan turu hamma ergamaa nutti keenname xumuruutti.
3,Qulqullummaa
Rom. 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁴ Nuyi warra amannuufis immoo akka lakkaa'amu caafameera, nuyis Waaqayyo isa gooftaa keenya Yesusin warra du'an keessaa kaasetti in amanna.
²⁵ Yesus irra-daddarbaa keenyaaf du'atti dabarfamee kenname; qajeelummaa akka argannuufis du'aa kaafame.
4,In bannu
1Qor. 15
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵³ Wanti hin badne, iddoo wanta badu kanaa, wanti hin duune iddoo wanta du'u kanaa bu'uutu ta'a .
⁵⁴ Wanti hin badne iddoo wanta badu kanaa yommuu bu'u, wanti hin duunes iddoo wanta du'u kanaa yommuu bu'u, inni, "Duuni badduu ba'e, mo'ichi argameera"
5,Abdii
1Tas. 4
-------
¹³ Obboloota nana! Akka namoota abdii hin qabnetti akka hin gaddinetti, waa'ee warra obbaafataniif abdii jiru akka beektan in barbaanna.
¹⁴ Yesus du'ee du'aa akka ka'e erga amannee akkasuma immoo Waaqayyo warra obbaafatan karaa Yesus, isumaa wajjinis deebisee akka fidu in amanna.
💎Du'a ka’uun Yesuus bu'uraa kiristiyaanumatti!
Dhumarratti nuyi du’a ka'utti kan hammaane ijjoollee du'a ka'uutti kanaf namoota hundumaa irraa kan eebbifamne fi gammachuu warra qabuudha! akkasumas iccitii du'a ka'u bekkun keenyaa namota irra adda nuu godha. Kana kan godhu Abdi jireenya bara baraatti
በትንሣኤ ምን አገኘን!!!
✍ ጌታ ኢየሱስ የተነሳው ሞትን ድጋሚ ላይሞትና ደግሞም ሞት የማይዘውን ሕይወት ይዞ ነው!
የጌታ የኢየሱስ ትንሳኤ ሁሉን ነገር ማለትም አካሄድን፣ የሕይወትን ዘይቤ እና የሰዎችን አስተምህሮ አስቀይሯል።
ኢየሱስ ክርስቶስ ከሙታን በመነሳቱ እኛ ምን አገኘን?
1. ዳግመኛ ውልደት
ዮሐንስ 11
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁵ ኢየሱስም፦ ትንሣኤና ሕይወት እኔ ነኝ፤ የሚያምንብኝ ቢሞት እንኳ ሕያው ይሆናል፤
²⁶ ሕያው የሆነም የሚያምንብኝም ሁሉ ለዘላለም አይሞትም፤ ይህን ታምኚያለሽን? አላት።
ዳግመኛ መወለድ የትንሳኤው ውጤት እና ከትንሳኤውም ጋር የተገናኘ ነው። ትንሳኤ ለአሮጌው ሕይወት ሞተን በክርስቶስ ለአዲሱ ሕይወት ጅማሮ ነው።
አዲሱ ሰው እንዲነሳ አሮጌው ሰው መሞቱ መሠረት ነው።
2. ሕያው ተስፋ
በ 1ኛ ጴጥሮስ 1:3 ላይ "ሕያው ተስፋ" ያለው ምኑን ነው? በሰማይ ለማይጠፋ፣ ለማይበላሽ፣ ለማይለወጥ ርስት የተወለድንበትን ነው።
የእኛ የመዳን ተስፋ የማይጠፋ፣ የማይበላሽ፣ የማይለወጥ ርስት ሆኖ በእግዚአብሔር መንፈስ ተጠብቆ ወደፊት ለእኛ ይገለጣል። የምንጨርሰው እዚህ ምድር ላይ አይደለም እዚህ ምድር የምንቆየው ያለንን ለተልዕኮ እስክንጨርስ ብቻ ነው።
3. ጽድቅ
ሮሜ 4፥24-25
“ስለ በደላችን አልፎ የተሰጠውን እኛን ስለ ማጽደቅም የተነሣውን ጌታችንን ኢየሱስን ከሙታን ባስነሣው ለምናምን ለእኛ ይቈጠርልን ዘንድ አለው።”
4. አለመጥፋት
1ኛ ቆሮንቶስ 15
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵³ ይህ የሚበሰብሰው የማይበሰብሰውን ሊለብስ ይህም የሚሞተው የማይሞተውን ሊለብስ ይገባዋልና።
⁵⁴ ዳሩ ግን ይህ የሚበሰብሰው የማይበሰብሰውን ሲለብስ ይህም የሚሞተው የማይሞተውን ሲለብስ፥ በዚያን ጊዜ፦ ሞት ድል በመነሣት ተዋጠ ተብሎ የተጻፈው ቃል ይፈጸማል።
5. ተስፋን
1ኛ ተሰሎንቄ 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹³ ነገር ግን፥ ወንድሞች ሆይ፥ ተስፋ እንደሌላቸው እንደ ሌሎች ደግሞ እንዳታዝኑ፥ አንቀላፍተው ስላሉቱ ታውቁ ዘንድ እንወዳለን።
¹⁴ ኢየሱስ እንደ ሞተና እንደ ተነሣ ካመንን፥ እንዲሁም በኢየሱስ ያንቀላፉቱን እግዚአብሔር ከእርሱ ጋር ያመጣቸዋልና።
We Christian have living hope because of the resurrection of Jesus Christ from the dead.
💎 የኢየሱስ ትንሳኤ የክርስትናችን መሰረት ነው!
በመጨረሻም እኛ በትንሳኤው የምናምን የትንሳኤው ልጆች ስንሆን ከሰዎች ሁሉ ይልቅ የተባረክን እና ደስተኞች ነን! እንዲሁም የትንሳኤውን ምስጢር መረዳታችን ከሌሎች ሰዎች ይለየናል። ይህን የሚያደርግው ሕያው ተስፋው ነው።
✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️
✝️✝️✝️ @Ngww3
✝️✝️✝️ @Ngww3
✝️✝️✝️ @Ngww3