๐ข ๐๐ฒ๐ฒ๐ธ๐๐ถ๐๐ฎ ๐ช๐ฎ๐ฎ๐บ๐ถ๐ฐ๐ต๐ฎ ๐๐ฎ๐น๐บ๐ฒ๐ฒ
=================//=====================
Barattoota Buleeyyii (waggaa 2ffaa fi isaa ol) Yunivarsiitii Salaalee Hundaaf
Barattoota Yunivarsiitii Salaalee hundaan baga bara barnootaa 2019 geessan jechaa guyyaan galmee Fulbaana 7 fi 8/2019 taโuu isin beeksifna.
Hubachiisa
1. Barataan kamiyyuu โNational IDโ qabachuun dirqama taโuufi
2. Barataa yeroo eerame dursee taโee dabarsee dhufu kamiyyuu kan hin keessummeessine taโuu isin beeksifna.
Biiroo Rejistiraaraa

4September 8, 2026 3.9K 6