Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaatti Kaampaasiin Naqamtee Ashaaraa… — OSU Nekemte Campus — TG.ME

Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaatti Kaampaasiin Naqamtee Ashaaraa Magariisaa bara 2018 karoora biyyattii aduu tokkotti biqiloota miiliyoona 800 dhaabuuf qabame galmaan ga'uuf #Hawaasa kaampaasichaa fi naannoo kaampaasiiitti argaman, Hawaasa ganda Bakke Jamaafi poolisiin feederaala naannoo kaampaasii keenyaa buufatee jiru waliin ta'uun ganama bariin biqiltuu bunaafi avookaadoo dhaabanii jiru.

August 3, 2026 10.6K 7 2