Appilikeeshinii Baankii Daldalaa (CBE) banuuf yeroo yaaltan… — Nasisa Tech — TG.ME

​Appilikeeshinii Baankii Daldalaa (CBE) banuuf yeroo yaaltan, "Suspicious Accessibility Service" jedhee isin dhowwaa yoo jiraate, furmaata isaa: ​⚫ Setting keessa seenaatii Accessibility kan jedhu filadhaa. ⚫ Installed Apps keessa yoo seentan, appilikeeshinoota achi keessatti tarreeffaman keessaa k…

July 11, 2026 282 1