#MUUDAMA_ADDAA MOOTUMMAA NAANNOO OROMIYAA HAARAA
Caffeen #Oromiyaa guyyaa har’aa murtee dabarsuun, hoggantoota Golaalee Oromiyaa 6 sadarkaa Itti-aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Bulchaa Golaa ta’aniin muudameera.
🔄 GODINA ➡️ GOLA
🟢 1. GOLA BAHA OROMIYAA
👤 Obbo Abdurahmaan Abdallaa
Itti-aanaa Pirezidaantii fi Bulchaa Golaa
• Harargee Lixaa
• Harargee Bahaa
🟢 2. GOLA KIBBA BAHAA OROMIYAA
👤 Obbo Ahimad Hajii
Itti-aanaa Pirezidaantii fi Bulchaa Golaa
• Arsii
• Baalee
• Arsii Lixaa
• Baalee Bahaa
🟢 3. GOLA KIBBA OROMIYAA
👤 Obbo Ahimad Idiris
Itti-aanaa Pirezidaantii fi Bulchaa Golaa
• Gujii
• Gujii Lixaa
• Boorana
• Boorana Bahaa
🟢 4. GOLA LIXA OROMIYAA
👤 Obbo Masfin Malaakuu
Itti-aanaa Pirezidaantii fi Bulchaa Golaa
• Wallagga Bahaa
• Wallagga Lixaa
• Qellem Wallaggaa
• Horroo Guduruu Wallaggaa
🟢 5. GOLA KIBBA LIXA OROMIYAA
👤 Dr. Rashaad Kamaal
Itti-aanaa Pirezidaantii fi Bulchaa Golaa
• Illuu Abbaa Boor
• Buunnoo Beddellee
• Jimmaa
🟢 6. GOLA GIDDUUGALA OROMIYAA
👤 Dr. Mangistuu Baqqalaa
Itti-aanaa Pirezidaantii fi Bulchaa Golaa
• Shawaa Bahaa
• Shawaa Kaabaa
• Shawaa Kibba Lixaa
• Shawaa Lixaa
📌 Walumaagalatti, Godinaaleen 21 gara Golaalee 6tti qindaa’uun, hoggantoonni Golaalee kunneen sadarkaa Itti-aanaa Pirezidaantii fi Bulchaa Golaa ta’aniin muudamaniiru.
🤲 Hoggantoota haaraa muudaman hundaaf hojii milkaa’aa fi bu’aa qabeessa hawwina!
#Oromiyaa #CaffeeOromiyaa #Muudama #GolaOromiyaa #BulchaaGolaa
@MubeTech1
@MubeTech1
4September 28, 2026 187 1