Yaadni isaa akkuma kana dura isinif ibsamee turetti wal fakkaata… — MUBE TECH 1💎 — TG.ME

MUBE TECH 1💎Photo
Yaadni isaa akkuma kana dura isinif ibsamee turetti wal fakkaata. Garuu wanti isin beekuu qabdan tokko jira: bot referral fayyadamuuf yaaluun irraa of qusadaa. Sababa kanaan account keessan banamuu (banned) danda’a.

Akkasumas, MRG irratti yeroo dheeraaf hojjechuu fi hojii isaa saffisaan dhaabuu akka hin yaadne ibsaniiru.

Holderootaaf immoo MRG dabalataa akka badhaasan gochuuf, feature haaraa fi tajaajiloota biroo dabaluuf hojjechaa akka jiran himaniiru. 🚀

Anis gama kootiin, rakkoo serverii kana sirreessuu irraa kan ka’e, balance koo $15+ ture irraa hir’ateera. Akkasumas, withdrawal ani duraan godhee ture illee na irraa haqameera. 😢
😭2
September 22, 2026 153