Konkolaataan elekrooniksii baayyachaa jira.
Garuu... ogeessi gahaa ta'e... kan konkolaataawwan kana sirnaan suphuu danda'u baayyee hin jiran jedhamaa jira.
Kuni dargaggeessa tokkoof carraa guddaadha.
Ammaarraa eegaltee ogummaa kana sirriitti yoo gonfatte... waggaa shan booddee sooreessi si'i. Suphaa bira darbitee... daldalaa konkolaataa ta'uu ni dandeessa. Maaltu beeka?🤔💪
Eenyutu si barsiisa?
Dura ji'oota muraasaaf website armaan gadii fayyadami ofumaa of barsiisi:
ev.care
ifixit.com
evrepairdirectory.com
Isaan booddee... kaffalii namoota qaamaan barsiisan biratti yeroo muraasaaf baradhu... harka kee hiikkadhu.
Meeshalee suphaaf barbaachisan bitadhu eegali.
💥💥 📹✨ Join us 👇 🚀
Job search: 👇
https://t.me/FinnaTech
Technological tips: 🛠️👇
https://t.me/Moifani
YouTube: 👇
https://www.youtube.com/@moifani
Business 💼📈👇
https://t.me/BusinessAcadamy
✨
3August 23, 2026 678 1 1