๐๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ด๐ฎ๐ฟ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ Input VAT fi Output VAT maali?
๐๐๐ฟ๐ฎ... VAT maal akka ta'e haa yaadannu:
VAT jechuun maamilli ykn fayyadamaan dhumaa gatii oomishaa ykn tajaajilaa irratti %15 dabalee kan kaffalu yoo ta'u, galii mootummaa ta'a.
Hammi isaa 15% (biyya keenyatti).
VAT kan kaffalu fayyadamaa dhumaati (customer).
VAT kan walitti qabu qaama gurguruudha.
Kana hubattee jennaanโฆ
Amma garaagarummaa ๐ช๐ต๐ผ๐น๐ฒ๐๐ฎ๐น๐ฒ๐ฟ fi ๐ฅ๐ฒ๐๐ฎ๐ถ๐น๐ฒ๐ฟ hubachuun barbaachisaa ta'a:
๐ช๐ต๐ผ๐น๐ฒ๐๐ฎ๐น๐ฒ๐ฟ = daldalaa meeshaa jumlaa gurguru jechuudha (แจแ
แแ แปแญ).
๐ฅ๐ฒ๐๐ฎ๐ถ๐น๐ฒ๐ฟ = daldaltoota meeshaalee jumlaa bitanii fayyadamaa dhumaaf shirshaaroodhaan gurguran jechuudha.
๐ฅ๐ฒ๐๐ฎ๐ถ๐น๐ฒ๐ฟ kunneen ๐ช๐ต๐ผ๐น๐ฒ๐๐ฎ๐น๐ฒ๐ฟ irraa bitanii maamiltoota dhumaaf gurguru.
๐๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ:
Tolaan mobaayila jumlaa gurgura (wholesaler), Caalaan immoo Tolaarraa mobaayiloota bitee shirshaaroo gurgura (retailer).
๐๐๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ๐ป ๐ฎ๐๐ถ๐๐๐ถ:
Caalaan yeroo Tolaarraa mobaayila bitu VAT waliin kaffala. (๐๐ป๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง jedhama)
Caalaan yeroo mobaayilicha gurguru VAT maamiltoota irraa walitti qabata. (๐ข๐๐๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง jedhama).
Meeshaa tokko irratti VAT yeroo lama hin kaffalamu.
Kanaafuu, Caalaan VAT yeroo wholesaler irraa bitu kaffale sana, maamiltoota irraa deeffata. Kan hafe mootummaaf galcha.
๐๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ (๐๐ถโ๐ฎ ๐ฑ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฒ):
1. Caalaan (reseller) mobaayila qarshii 100,000 bitee galcheera.
VAT waliin:
= 100,000 + (100,000 ร 15%)
= 100,000 + 15,000
= 115,000 kaffale.
๐ 15,000 = ๐๐ป๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง jedhama.
2. Caalaan mobaayiloota muraasa qarshii 150,000 gurguree jira.
VAT waliin:
= 150,000 + (150,000 ร 15%)
= 150,000 + 22,500
= 172,500 walitti qabame.
๐ 22,500 = ๐ข๐๐๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง jedhama.
๐๐ต๐๐บ๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐๐๐ถ:
Caalaan mootummaaf kan kaffalu:
๐ข๐๐๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง โ ๐๐ป๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง
= 22,500 โ 15,000
= 7,500 ETB
๐ 7,500 = ๐ฉ๐๐ง ๐ฃ๐ฎ๐๐ฎ๐ฏ๐น๐ฒ jedhama.
๐๐ถ๐ถ๐ธ๐ฎ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ:
Caalaan VAT yeroo wholesaler irraa bitu kaffale, booda maamiltoota irraa walitti qabata.
Yoo ๐ข๐๐๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง Input VAT caalee, garaagarummaa isaan jidduu jiru mootummaadhaaf dabarsa.
๐ช๐ฎ๐น๐๐บ๐ฎ๐ฎ๐ด๐ฎ๐น๐ฎ๐๐๐ถ:
- ๐๐ป๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง = VAT yeroo bitattu kaffaltu
- ๐ข๐๐๐ฝ๐๐ ๐ฉ๐๐ง = VAT yeroo gurgurtu walitti qabdu
- ๐ฉ๐๐ง ๐ฃ๐ฎ๐๐ฎ๐ฏ๐น๐ฒ = Garaagarummaa Input fi Output gidduu jiru.
๐ฅ๐ฅ ๐นโจ Join us ๐ ๐
Job search: ๐
https://t.me/FinnaTech
Technological tips: ๐ ๏ธ๐
https://t.me/Moifani
YouTube: ๐
https://www.youtube.com/@moifani
Business ๐ผ๐๐
https://t.me/BusinessAcadamy
โจ
3
1August 8, 2026 839