Mo'aa Tv: post #356 — TG.ME

#Yerichi_jala_ga'era! Ani ba'aa kee baachuuf, Hidhaa kee hiikuuf, Xaxaa kee furuuf, Dhimma kee xumuruuf, Hojii kee hojjechuuf, Kakuu kee raawwachuuf, Ka'eera dammaqi hin rafin! Mat 26:41 Mar:14:37_42 :-)akkas sinjedhee Iyesuus har'a Siin reebama Siin dhiitama Siin kabalama Siin tuffatama Siin rakkadha Fannoo keen baadha Siin salphaadha Siin dhiphadha Siin gidirfama Siin fannifama Siin du'aa Siin awwalama Siin ka'a Siin jiraadha Sin gammachisa Ati nan gatin, Nan dagatin,na hin ganin malee yaa dhalako siin jedha YESUUS! By 👉 @danibabisha ✝𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄👇 Join for more👇 @moaatvlead ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

April 18, 2025 6.6K 31