Yerichi_jala_ga'era! Ani ba'aa kee baachuuf, Hidhaa kee hiikuuf… — Mo'aa Tv — TG.ME

#Yerichi_jala_ga'era!

Ani ba'aa kee baachuuf,
Hidhaa kee hiikuuf,
Xaxaa kee furuuf,
Dhimma kee xumuruuf,
Hojii kee hojjechuuf,
Kakuu kee raawwachuuf, Ka'eera dammaqi hin rafin! Mat 26:41 Mar:14:37_42 :-)akkas sinjedhee Iyesuus har'a
Siin reebama
Siin dhiitama
Siin kabalama
Siin tuffatama
Siin rakkadha
Fannoo keen baadha
Siin salphaadha
Siin dhiphadha
Siin gidirfama
Siin fannifama
Siin du'aa
Siin awwalama
Siin ka'a
Siin jiraadha
Sin gammachisa
Ati nan gatin,
Nan dagatin,na hin ganin malee yaa dhalako siin jedha YESUUS!

By 👉 @danibabisha

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄👇 Join for more👇
@moaatvlead
♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
❤38👍28
April 18, 2025 4.9K 31