Eeruu Sagantaa
-----------------------
Kenna Tajaajila Abbaa Seerummaa Si'ataa, Dhaqqabamaa fi Qulqullina Akka Qabaatu Taasisuuf Hojiilee Hojjatamaa Jiranii fi Bu'aalee Argaman Ilaalchisee 'Documentary' Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa OBN waliin atoomuun qopheesse Har'a Galgala Sa'aatii 3:15 Iraa Eegalee OBN Irrati Kan Tamsaafamu Waan Ta'eef Akka Hordoftan Isin Afeerra.
Forwarded fromMana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
11May 12, 2026 12.2K 3