Ergaa OBU
Barattoota Sagantaa Remedial Program tiif🔊🔊🔊
Bu'aa qormaata keessanii waliin walqabatee barattoonni hedduun bu'aan barnoota Maths 'Disqualified' kan jalaa tahee fi akkasumas barattoonni tokko tokko bu'aan barnoota isaanii guutumaan guutuutti 'Disqualified' jalaa tahee akka jiru hubanneerra. Dhimma kana Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaatiif akkasumas Ministeera Barnootaatiif(MoE) beeksisnee jirra. Isinis
Komii keessan toora intarneti kanaan fayyadamuun haala asiin gadiitti jedhame kanaan galchaa:
👉https://result.ethernet.edu.et
Bu'aa qormaataa keessan jala dhuma irratti kan jiru Submit Complaint kan jedhu cuqaasaa, Select a category kan jedhu banaa, My result disqualified without reason kan jedhu filadhaa, ibsa gabaabaa barreessaa, lakkoofsa bilbila keessan guutuun dhumarratti Submit Complaint kan jedhu cuqaasuun komii keessan barreessaa.
result.ethernet.edu.et
Ministry of Education
Ministry of Education | National GAT
3September 3, 2026 840 2 6