KUTAA12FFAA Barattoota Dubartootaa Saayinsii Uumamaa Qabxii Ol’aanaa… — Media Show Official — TG.ME

#KUTAA12FFAA

Barattoota Dubartootaa Saayinsii Uumamaa Qabxii Ol’aanaa Galmeessan!!

🥇 Sadarkaa 1ffaa — Hiddaasee Zamaanuu
    🏫 Mana Barumsaa:Agew Midir Secondary School, Injibara
    🏆 Qabxii: 583/600 — 97.20%

🥈 Sadarkaa 2ffaa — Dureettii Mohaammed Tufaa
    🏫 Mana Barumsaa: Adaba Secondary School
     🏆 Qabxii: 579.66/600 — 96.61%

🥉 Sadarkaa 3ffaa — Sanyii Boonaa Guraarii
   🏫 Mana Barumsaa: Dodola Ifa Boru SPE Boarding School
     🏆 Qabxii: 573.16/600 — 95.53%
❤6
August 26, 2026 1.2K 1 1