Update #Kutaa_12ffaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara… — Media Show Official — TG.ME

#Update #Kutaa_12ffaa

Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaatiin naannoleen barattoota meeqa dabarsan?

Ibsa Ministeerri Barnootaa guyyaa kaleessaa waa'ee bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 kenneen, naannoleen barattoota isaanii qormaata fudhatan keessaa parsantii meeqa akka dabarsan ibsameera.

✓ Finfinnee :- 32.3%
✓ Hararii :- 22.67%
✓ Affaar :- 15.6%
✓ Amaaraa :- 15.56%
✓ Dirree Dawaa :- 11.29
✓ Tigiraay :- 11.12%
✓ Oromiyaa :- 10.53%
✓ Giddu Galeessa Itoophiyaa :- 9.23%
✓ Somaalee :- 9.2%
✓ Sidaamaa :- 6.95%
✓ Beenii Shaan Gul Gumuz :- 6.12%
✓ Kibba Itoophiyaa :- 5.82%
✓ Kibba Lixa Itoophiyaa :- 4.92%
✓ Gaambeellaa :- 3.74 dabarsiniiru.

Odeeffannoo bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa argachuuf nu hordofaa!

Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii!
❤1😁1
August 23, 2026 2.1K 2