@KanaBL · 936 subscribers
Chaanaliin kun kan hundaa’eef wantoota dinqisiisoo dhugaadhaan addunyaa teenya tana irra jiran afaan oromootiin walbarsiisuuf kan banameedha. @abde_AS fayyadamuun yaada nuuf kennuu ni dandeessu!🙏
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/KanaBLIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created April 21, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 31, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
[media, no text]
Wantoota goonkumaa yeroo mara akkumaa badaniin badanii hin hafneetu jiru; #dhugaa, #aduu, fi #ji'aa(addeessa). Yeroo fi karaa ittiin bahaan qofa eeggatu malee bahuun isaanii hin oolu!!!
Biqiltuun dacheen qabdu keessaa, dhibbeentaan 85% bishaan garbaa(Ocean) keessatti akka argaman beektu laataa?!!!🙊🙊 @kanaBL @kanaBL
Qaccineen(Saattawwan) guyyaa tokko (saati 24) keessatti, daqiiqaa 5-30 qofa akka raftu beektu laata?!!
1K 🙏🙏 Thanks a lot🙏🙏
Piilaneetin saatarni jedhamuu ruukina o.69g/cm3 qaba, kana jechuun ruukina bishaaniti gadii jechuudha(1g/cm3).kanaafu saatarniin bishaan irra bolooli'uu danda'aa jechudhaa!!! @KanaBL @KanaBL