“Waan tokko irra deddeebitee yaaduun si balleessa. Haala jiru ni mancaasa; wantoota garagalchee waan biraa fakkeessa. Si yaaddessa. Dabalataanis, waan hundumaa caalaatti hammeessa waan dhugumaan jiru caalaatti.”
— Karen Salmansohn
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️
35August 21, 2026 9.9K 1 13