Ammuma (Yoosu) Hojjachuu irraa bu’aa argattan: Yeroma hojiin tokko… — Mammaaksaa fi Jechamoota. — TG.ME

Ammuma (Yoosu) Hojjachuu irraa bu’aa argattan: Yeroma hojiin tokko fuundura keessanitti bahe hojjachuu jalqabuun irra caalaa isaa hojjachuudha. Hojii keessan ammuma yoo hojjattan, qabeenyaa fi yeroo keessan qusattu. Sababni isaas, yommuu hojii gara fuunduraatti dabarsitan, hojii sa’aati walakkaa…

October 31, 2025 11.6K 10