Dargaggoo #Falmataa_Abdoshe ( Freedom) dorgommii TikAfricaChallenge irratti hirmaataa jiruun hanga yoonaatti ramaddii hundayyuu injifataa as ga’eera. Dorgommiin kun boru xumurama. Dorgommii xumuraa borii irratti hirmaachuuf immoo View Viidiyoo Youtube isaaf kenname kanaan dorgomtoota caaluu qaba jedhaniiru. Hawaasni keenya gama hundaan hanga yoonaatti cina dhaabbataa turtan dhumarra geenyee injifatamuu waan hin qabneef link as jala jiruun seenaatii viidiyoo isaa daqiiqaa 2 qofaaf daawwadhaa. Sana booda Comment jalatti “ Ethiopia” jechuun barreessaafii! https://youtu.be/o-tdQH73mnc?si=bjT4mTIEB7YSjBEF
September 2, 2026 386