Waamicha_Leenjii #Kaadhimamtoota #Barsiisota #Dorgomtoota Leenjii… — Iyu Fayera — TG.ME

#Waamicha_Leenjii #Kaadhimamtoota #Barsiisota #Dorgomtoota Leenjii Gabaabaa #Bu'uura #Boruu Sartifikeetii Marsaa 2ffaatiif : 1. Fulbaana 04, 2019 Kaampaasii galtanii buluu qabdu. 2. Leenjiin Fulbaana 05, 2019 eegala. 3. Yommuu gara leenjii dhuftan ragaa barnootaa keessan Orrijinaala (Kaardii kutaa 8ffaa, Interaansii kutaa 12ffaafi tiraansikiriiptii kutaa 9 - 12ffaa), waraqaa eenyummaa keessan agarsiisu, suuraa 3cmx4cm lama, uffata halkanii, uffata boraatiifi ansoolaa qabadhaatii koottaa. https://t.me/iyufayera

September 2, 2026 522