Dubbisi si fayyadaa. Qaxarriif hojii kan barbaaddan hundaaf! ​Yeroo… — Iyu Fayera — TG.ME

Dubbisi si fayyadaa. Qaxarriif hojii kan barbaaddan hundaaf! ​Yeroo baay'ee beeksisa qaxarrii irratti, "Maaloo field kootiin na galmeesi" jechuun CV ergitu. Garuu yeroo CV dhiyaate kana ilaalu, baay'een isaa kan yeroon irraa darbeefi (outdated) ta'e akkaataa fedhii gabaa ammaarratti hin hundoofneedha. Kun immoo carraa keessan isa jalqabaa irratti iyyuu cufuu danda'a. ​Dhaabbanni kamiyyuu yeroo tokkoofis ta'e yeroo dheeraaf nama qacaruuf kaayyoo qabu, jalqaba kan ilaalu CV qulqulluu, ammayyaa'aa fi dandeettii keessan haala mijaawaan ibsuun jalqaba. CV keessan yoo hin milkaa'in, marsaa itti aanu darbuun ulfaataadha. Kanaafuu, manneen kompiitaraa deemtanii CV moofaa, irra deddeebi'amee fayyadama irra oole (copy-paste) qofa baafachuu dhiisuun murteessaadha; sababiin isaas kun bu'aa tokkollee hin qabu. ​Ani dhimma kanairratti furmaata barbaachaaf, dhaabbata beekamaa Dereje.com irraa leenjii cimaa ji'oota sadii ol fudhee jira. Leenjii kanaanis: ​Akkaataa itti dhaabbata tokkotti milkaa'inaan qacaramuun danda'amuu, ​CV ammayyaawaa, sadarkaa idil-addunyaa eeggatee fi fudhatama qabu hojjechuu, akkasumas ​Ulaagaalee barbaachisoo ta'an guutuu irratti beekumsa gahaa qaba. ​CV ykn Application Letter ammayyaawaa, qulqulluu fi dhaabbata kamiyyuu biratti fudhatama argachuu danda'u hojjechiisuuf yoo barbaaddan, kallattiidhaan na quunnamuu dandeessu: ​Lakkoofsa Bilbilaa: 0951589166 ​Karaa Telegiraamaa fi Whaatsappiitin yeroo hundaa isinii qophii dha. ​Milkaa'inni keessan milkaa'ina kooti! Share waliif godhaa

September 1, 2026 308 1