"wallaalli Afaan male,Gurra hin qabu"Muhammad Alii(Burhaan Addis) Biyyoonni gurguddoon kaleessaa,kan har'aa fi boris qaroominaan humnaa fi diinagdeen maqaa kaafnu beektota,Ogummaa (xibeb) barbaacha of kennaniin ala miti. Giriik fi pershiyaan,portugali fi turk,Ingliz fi Amerikaan, beektota gurguddoon durfamaniiti,kan Addunyaarraa yeroosaaniitti biyyoota maqaaanuu isaan hin beekne humnaa,diinagdee fi siyaasaan,dhoksaa fi ifaan hoogganuuf qaqqaban. Araboonnis bara beekumsaan firooma qaban hagam akka dhiibbaa uuman beekamaadha.gaafa beekumsaan wol dhabaa,beektota dhiibaa dhufan,maamila boba'aa isaanii bituun nu Eegiin harka kennatan. Keenya garami jechuu barbaadeeti . Bara namni barreeffama miidiiyaa hawaasaarraa( see more )banee ilaaluuf obsa hin qabne,waa'ee nama kitaabota 44 barreessee dubbachuuf hin qaanofne irra jirra. Muhammad Alii( Burhaan Addis) kitaabonni isaa akka nuti waaninni barreesse dubbifnu qofa osoo hin taane akka nuti waa gaafannuuf kan nu affeeraniidha. Kanaaf nutis beekaa nu keessaa argamu akkamitti ilaalla jennee utuu of gaafannee gaariidha. Beekumsa barbaachaaf (gaaffiif karaa bahuun ) yoo nutti ulfaates warra jireenyaa guutuu xiinxaluuf,qorachuuf of kenne waan biraa yoo dadhabne utuu irraa callifnee gaarii dha. https://t.me/Imaluuf/
wallaalli Afaan male,Gurra hin qabu"Muhammad Alii(Burhaan Addis)… — Imalli Koo Galma Qaba — TG.ME
May 24, 2026 3K 2