Yoo Ibliis (Shexaanni) sitti dhufee: 'Hammaam isaan kadhatte, deebiiโ€ฆ โ€” ๐ˆ๐Ÿ๐š ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š โ€” TG.ME

Yoo Ibliis (Shexaanni) sitti dhufee: 'Hammaam isaan kadhatte, deebii garuu hin arganne!' siin jedhe; ati immoo: 'Ani kadhaadhuma (Du'aa) kiyyaan Rabbii kiyya gabbara' jedhiin." Ibnul Jawziin (Rahimahullah) Saydul Khaaxir (222) @ifaislaamaa

๐Ÿ‘5
August 13, 2026 745 3