▪️Maaliif Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata Buusnaa❓ قال تعالى: ﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آَمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾ «Dhugumatti, Rabbiifi malayikonni Isaas nabiyyii irratti Salawaata buusu Yaa warra amantan! (isinis) Salawaata isarratti buusaa; nageenyas buusinsa buusaa» قال ابن الجوزي -رحمه الله تعالى- : ( إذا أراد الله بعبده خيرًا يسر لسانه للصلاة على محمد ﷺ ) «Rabbi garba isaaf yoo toltuu barbaade araba isaa akka inni Muhammad ﷺ irratti Salawaata buusu laafisaaf» 📚 "بستان الواعظين" ( ١/٣٠٠) ▪️Maaliif Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata Buusnaa❓ قال الإمام السعدي رحمه الله تعالى "نصلي على النبي ﷺ، إقتداء بالله وملائكته، وجزاء له على بعض حقوقه عليكم، وتكميلاً لإيمانكم، وتعظيماً له ﷺ، ومحبة وإكراماً، وزيادة في حسناتكم، وتكفيراً من سيئاتكم " «Ergamaa Rabbii ﷺ irratti salawaata kan buusnuuf Rabbii fi malaaikaatti hidhachuuf, akkasumas galataafi haqa isaan nurraa qaban keessaa tokko geesiisuudhaaf, Imaanni keessaan akka isiniif guutuuf, Ergamaaf ﷺ ulfina kennuuf, jaalalaaf Kabajaaf, Rabbi biratti toltuu barbaachuuf, yakka/diiliin keessanis akka isinirraa harca'uuf» [ تيسير الكريم الرحمن (ص ٦٧١) ] 🛰 @ifaislaamaa
3