Sheekhul Islaam Ibn Taymiyyah (rabbi dhiifama haa godhuufii) akkana jedhe: ูุงู ุดูุฎ ุงูุฅุณูุงู ุงุจู ุชูู ูุฉ ุฑุญู ู ุงููู: ูุงู ุจุนุถูู ูุดูุฎู: ุฅูู ุฃุฐูุจุชุ Gariin isaanii sheeka isaaniitiin akkana jedhan: 'Ani yakka hojjadheera, ูุงู: ุชุจุ 'Innis: 'Tawbadhu (gara Rabbii deebi'i),' jedheen. ูุงู: ุซู ุฃุนูุฏ Innis: 'Sana boodas nan deebi'a (nan yakka),' jedhe. ูุงู: ุชุจุ Innis: 'Tawbadhu,' jedheen. ูุงู: ุซู ุฃุนูุฏ Innis: 'Sana boodas nan deebi'a,' jedhe. ูุงู: ุชุจุ Innis: 'Tawbadhu,' jedheen. ูุงู: ุฅูู ู ุชูุ! Innis: 'Hamma yoomiitti?!' jedheen. ูุงู: ุฅูู ุฃู ุชูุญูุฒูู ุงูุดูุทุงู Sheekichis: 'Hamma sheyxaana gaddisiistutti,' jedheen. [ุงูุฅูู ุงู ุงูุฃูุณุท ุตูฃูคูค] โช๏ธ@ifaislaamaa
Sheekhul Islaam Ibn Taymiyyah (rabbi dhiifama haa godhuufii) akkanaโฆ โ ๐๐๐ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐ โ TG.ME
July 29, 2026 1K 1 3