Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan Baga Guyyaa Dhaloota Goofta… — Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaa — TG.ME

Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan Baga Guyyaa Dhaloota Goofta keenya Iyyesuus Kirstoosiin Nagaan isiin Gahe.🌲🌲🌲 Ayyaana Gaarii Yeroo Ayyaana kana kabajnu Nyaata Coomaafi Dhadhaa itti baayyatuu sorachuu irraa of qusachuun Fayyaa keenyaaf Dursa Haa Laannu!!!

January 6, 2025 1.3K 1 2