ሃላል ፔይ ለሀላል ቢዝነስዎ !
Halaal Peey Daldala Halaalaa Keessaniif!
ንግድዎን ማሳደግ አስበው የንብረት መያዣ አጥተዋል? በሃላል ፔይ ኢ-መራበሃ የፋይናንስ አገልግሎት ያለ ምንም ማስያዣ እንደደንበኝነትዎ ሁኔታ እስከ 1,000,000 ብር የሚደርስ ሸሪዓውን የጠበቀ የፋይናንስ አገልግሎት አቅርበንልዎታል፡፡
የሃላል ፔይ ፋይናንሲንግ ለማግኘት በአቅራቢያዎ የሚገኝ የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍ ይጎብኙ !
ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!
Daldala keessan guddisuu yaaddanii qabeenya qabsiiftan dhabdanii? Hin dhiphatinaa! Qabeenya tokkooyyuu osoo hin qabsiisin Akkaataa Maamilummaa Keessaniitiin Halaal Peey Irraa Tajaajila faayinaansii E-Muraabahaa Qajeelfamoota shari'aa eeggate hanga Qarshii 1,000,000tti isiniif qopheessineerra.
Tajaajila faayinaansii Halal Pay argachuuf damee Baankii Hijraa dhiyoo keessanitti argamu daawwadhaa!
Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!
#hijrabank #journeytoabrightfuture
#halalpay #murabaha #digitalfinance
#financing

7
7
1August 26, 2026 3.9K 6