Guyyaa darbitu kanaaf jecha madaa hin darbine lafa keessanii hin dabarfatinaa.
Yaa Rabbi Atumti ga'e jedhii rakkoo kana ummata keenyarraa dhaabi.
Rakkoofi gadadoon Arsii irra ga'aa jiru waan amma malee qalbii nama cabsuudha. Qaamoleen humna qabdan ummata nagaa kana Rabbumaa jedhaa nuuf qusadhaa. Jidduu keessanitti ummata harka duwwaa jiru hin miidhinaa. Rabbii isa hunda caalaa humna qabu yaadadhaa. Rabbiin gaafa nama qabe qabaan isaa jabaadha.
Bor seenaan rahmata isiniif hin gootuu yaadadhaa. Namoonni Rabbiin isinitti ballise ummata kana gargaaruun dirqama.
34
15
4
2June 20, 2026 3.3K 2


