📢 Bu’aa Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa
Lammaffaa Itoophiyaa Bara Barnootaa 2018 ifa ta’uuf teessoon marsariitiiwwanii ifooman.
Bu’aan Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa Itoophiyaa bara barnootaa 2018 har’a, Hagayya 19, 2018 E.C., irraa eegalee sa’aatii 1:00 halkan irraa kaasee karaa filannoowwan armaan gadii ilaaluun akka danda’amu Tajaajilli Madaallii fi Qormaata Barnootaa beeksiseera.
Akkasumas, qormaata fudhattoonni yoo komii qabaatan, qaamaan bakka hojii dhufuun osoo hin barbaachisin, karaa https://result.eaes.et/complaint komii isaanii Hagayya 19 hanga 26/2018 E.C., sa’aatii 10:00 waaree boodatti dhiyeessuu ni danda’u. Deebii komii isaaniis karaa linkii kanaa hordofuu ni danda’u.
🔗 Bu’aa qormaataa ittiin ilaaltan:
📌 Marsariitii: https://result.eaes.et
📌 Telegram: https://result.eaes.et/telegram
📌 SMS: https://result.eaes.et/sms
📌 Komii dhiyeessuuf:
https://result.eaes.et/complaint
Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa
🔔የ2018 ትምህርት ዘመን የኢትዮጵያ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርቲፊኬት ፈተና ውጤት የሚገለጽባቸው አድራሻዎች ይፋ ሆኑ።
በ2018 ትምህርት ዘመን የኢትዮጵያ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ፈተና ውጤትን ተፈታኞች ዛሬ ነሐሴ 19 ቀን 2018 ዓ/ም ከምሽቱ 1፡00 ሰዓት ጀምረው የሚከተሉትን አማራጭ ማስፈንጠሪያዎችን (Link) በመጠቀም ማየት የሚችሉ መሆኑን አገልግሎቱ አሳውቋል። በተያያዘም ተፈታኞች ቅሬታ ሲኖራቸው በአካል መምጣት ሳያስፈልግ https://result.eaes.et/complaint የሚለውን ማስፈንጠሪያ በመጠቀም ቅሬታቸውን ከነሐሴ 19 እስከ 26/2018 ዓ/ም ከቀኑ 10፡00 ሰዓት ድረስ በማቅረብ ምላሹንም በተመሳሳይ ማስፈንጠሪያ በኩል መከታተል የሚችሉ መሆኑን አገልግሎቱ ያሳውቃል።
ውጤት የሚገለጽባቸው ማስፈንጠሪያዎች፡-
📌በድረ ገጽ ፡ https://result.eaes.et
📌ቴሌግራም፡ https://result.eaes.et/telegram
📌አጭር የጽሑፍ መልዕክት፡ https://result.eaes.et/sms
የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት
result.eaes.et
EAES Result Checker | Educational Assessment and Examination Services
Official portal to check Ethiopian Educational Assessment and Examination Services (EAES) results online. Enter your Admission Number and First Name to view your exam results.
8August 25, 2026 2.7K 6