#Barattoota kolleejjii fi yunivarsiitiif labtop akkamii qabachuutu gaariidha?
Laptop qaalii qofa osoo hin taane, performance, battery, storage fi portability ilaaluun barbaachisa.
๐ป #Laptop barattootaaf gorfamu
#Wantoota ilaaluu/beekuu qabnu
Processor Intel Core i5 / AMD Ryzen 5 ykn ol
RAM 8GB minimum; 16GB recommended
Storage 512GB SSD recommended
Display 14" ykn 15.6" Full HD
Battery Sa'aatii 6โ10 ykn ol yoo danda'ame
Operating System Windows 11
Graphics Integrated graphics hojii barnootaa idileef ga'a
Weight 1.3โ1.8 kg yoo baay'ee socho'an
๐ #Akka damee barnootaatti
1. #Business, Accounting, Management, Law, Education
Core i3/i5 ykn Ryzen 3/5
RAM 8GB
SSD 256โ512GB
โก๏ธ Word, Excel, PowerPoint, browsing fi online learning irratti gaarii.
2. #Computer Science, IT, Networking
Core i5 / Ryzen 5 ykn ol
RAM 16GB
SSD 512GB
Virtualization support qabaachuu qaba
โก๏ธ Programming, Cisco Packet Tracer, VirtualBox/VMware, Windows Server fi Linux irratti caalaatti mijata.
3. #Engineering, Architecture, Graphics
Core i5/i7 ykn Ryzen 5/7
RAM 16GBโ32GB
SSD 512GBโ1TB
Dedicated GPU yoo AutoCAD, Revit, SolidWorks, 3D modeling fi hojii graphics cimaa hojjetan.
โ ๏ธ #Laptop bituuf yeroo deemtu
CPU maqaa qofa hin ilaali. Generation, RAM, SSD, battery health (yoo used ta'e), keyboard, screen, charger fi ports isaa qoradhu.๐ฅ๐
August 31, 2026 32