Namni si jaalatu maal siif godha beektaa?
1, Karoora kee deeggara
2, Dhiifama siif godha
3, Si hubata, siif hubata
4, Mufatus sirraa hin fagaatu
5, Filannoo isaa si godhata
6, Yeroo siif kenna, Si jaalata
7, Baay'ee si kabaja, Si yaada
8, Si waliin mari'ata, Si sodaata
9, Rakkoo kee siif Fura.
10, Onnee qulqulluu si jaalata.
Si dhabuu caalaa si dagachuutu na sodaachisa, garuu garaa kootu yoomiyyuu si dagachuu hin danda'u. Atis kana hunda utuu beektuu akka barbaadde na goota. Guyyaa tokko garuu dhugaan kun si gaabbisiisa.
Yaada onnee koo ta'uu kee utuu beektuu ijikee bitaaf mirga ilaalus ammas lapheen koo si qofa eeggatti.

11
3
3October 1, 2026 1.8K 2