Haqa faana dha'ee Sadii yoon of gorse Nama garaas ta'ee Sadii bor of… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Haqa faana dha'ee
Sadii yoon of gorse
Nama garaas ta'ee
Sadii bor of dhokse
Ittiin lama buluufis
Sadadii yoon obse
Maal waa'ee baasa
Biyyaa nana baasa
❤6👍4
September 7, 2026 690 1