Gantuu mana biraa Uffanni akka dhokse Taliila malkaa birraa Burqaa… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Gantuu mana biraa
Uffanni akka dhokse
Taliila malkaa birraa
Burqaa akka gogse

Waan garaa kootu
Kuma na dhamaasa
Waa maraa kootu...
Natti ta'eera maasaa

Haasaa gara waarii
Qiinqanii qalbii koo
Natti hin fidiin aarii
Si naa ta'e wabii koo

Koottuu ilaalladhu
Hudhaa yaada keeti
Isan cabee kulkulu
Hadhaa madaa keeti


Warqee koof💯💎🖤
👍4❤2🥰1👏1
August 29, 2026 1.7K