Finfinne News Network: post #2762 — TG.ME

https://fnnmedia.org/blog/2026/8/31/wallagga-bahaa-buqqaatonni-kumaatamaan-lakkaaaman-bosona-alii-keessatti-beelli-hamaan-muddate/
Finfinne News Network | Oromia Media
WALLAGGA BAHAA: BUQQAATONNI KUMAATAMAAN LAKKAA’AMAN BOSONA ALII KEESSATTI BEELLI HAMAAN MUDDATE.
Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Giddaa Ayyaanaa — Bosona “Alii” jedhamu keessatti guyyoota 15 darbaniif buqqaatonni kumaatamaan lakkaa’aman rakkoo beelaa hamaa keessa akka jiran jiraattonni himaniiru. Akka jiraattonni jedhanitti, aanaalee Godina Wallagga Bahaa…
August 31, 2026 30