🚨 HATTUUTAA DIJITAALAA (SCAMMERS) irraa of eeggadhaa!
✍KUTAA 1
🚨 HATTUUTAA DIJITAALAA (SCAMMERS) irraa of eeggadhaa!
Dhiyeenya kana scammers jechuun hattuulee karaa dijitaalaa hojjetan hedduun akka nama gowwomsan baramaa ta’ee jira. Namoota baay’ee faayidaa xiqqoodhaan gowwomsanii waan guddaa jalaa fudhatu. Fakkeenyaaf:
Fias777
GJB1001
Infinity Power fi kkf.
Warri akkasi kun yeroo ammaa baay’inaan nama gowwomsaa jiru. Kanaaf of eeggannoon guddaan barbaachisa.
---
1️⃣ Maallaqa Buutee/Tirfii %50 ol siif kennina jedhanii yoo si himan – HATTOOTA!
Addunyaarratti dhaabbattoonni dhugaan jiran oomisha qofa irratti hojii geggeessu.
Namni online siif %100, %200 buutee jedhee si waamu hattuu ammayyaa dha.
---
2️⃣ “Old Group” isin irraa bitna jechuun isin qunnaman irraa fagaadhaa!
Warri maqaa warra lixaa jedhu fayyadamu.
Yoo isin “Owner” dabarsitan:
System isaanii fayyadamuun account keessan cabsu.
Odeeffannoo dhuunfaa keessan (password, chat history fi kkf) fudhatu.
Maqaa keessan fayyadamuun miseensota gowwomsu.
Kanaaf “Cleared History” yoo godhan illee odeeffannoon keessan isaanii harka jira.
Kun Kutaa 1 qofaa dha ✅
👉 KUTAA 2 irratti immoo ragaa dhugaa, fakkeenya hattoota fi akkamiin ofirraa ittisuu dandeenyu bal’inaan siif ibsa.
Kanaaf KUTAA 2 hin dhabinaa!
➡️ asii gaditti reaction (👍❤️🔥) hin dagatin, itti aanutti walitti haa deebinuu!
@FileraCrypto
2
1
1August 29, 2025 59