Dargaggeessa umrii ganna 15 ta'ee fi miidiyaa hawaasaa irratti maqaa… — Entrance Result — TG.ME

❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Dargaggeessa umrii ganna 15 ta'ee fi miidiyaa hawaasaa irratti maqaa '#Kaluputics' jedhamuun beekamu kanaaf, dhaabbanni beekamaan kophee oomishu #Timberland badhaasa guddaa mallaqa Doolaara Miiliyoona 5 ($5M) ykn Qarshii Itoophiyaa Miiliyoona Dhibba Saddeet (800,000,000 ETB) kennuuf waadaa galeefiira! 💰🔥 👉 Gaafa si badhaasu badaa sin dhamaasu!! Sababni mucaan kun badhaasa guddaa akkanaa argateefis baay'ee nama dinqisiisa. Hojii kalaqaa inni hojjate keessatti, sababuma kopheewwan Timberland ta'an sirriitti as bahanii fi bareedanii mul'ataniif qofa waamichi badhaasa kanaa isa dhaqqabe. 👞✨ Ergaan as irraa barannu guddaadha: Namni kalaqa haaraa uumuufi hojii isaa irratti tattaafatu guyyaa tokko inuma milkaa'a! Hojiin kee har'a xiqqaatee ykn gatii dhabee sitti mul'achuu danda'a; garuu abdii hin kutiin, guyyaa tokko bakka ati hin yaadne si geessisa! 💪🌟 Gaafa si badhaasu badaa sin dhamaasu Jedhaa oromoonis Gaafa mammaku Yeroo hundaa akka oddefannoo isiin biraan genyuuf tumsii kessaan barbachisaadha React Tuqun nuu agarsiisaa👍❤️

May 5, 2026 22K 1 1