Buhee jedhaa! Buhee jedhaa ×2 Kiristaanni hunduu ilil jedhaa Gooftaan keenya Uuman Addunyaa Waaqni nageenyaa Garaa laafessa Sagaleesaa nii dhageenya duumessa ifu keessa Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife Yaaiqob yohaannis Akkasumaa pheexiroos Waaqayyoo argaan Museef Eliyaas Abbaniis jedhe Ilma koo dhagahaa Jecha koodha Kanan dhaale Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keessa ×2 Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuu ife ×2 Dabrataaboritti ifni mul'ate Tullu qulqullu kangamachiisee Naga Nagaa Tullu taaboriif Ifni waaqumma sirratti ife Sagaleesaa nii dhageenya duumessa ifu keessa ×2 Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife ×2 Itophiyaanonni Seenaa qabeyyi Aadaa isaanii Calaqiisisaan Xombora ibsani Akka abbota isaani Icitii waan qabuuf sinaa gammachisuu Sagalee isaa nii dhageenya duumessa ifu keesss×2 Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife×2 Bartoota isaatiif Afuura erge Itophiyaannonni Kennan ishee guute Buhee jedhaa Buhee jedhaa Kiristaannonni Ilil jedhaa Sagalee isaa nidhageenya duumessa ifu keessa ×2 Kunoo ifni buhee nuufis hoo nuuf ife ×2 Waggan Ayyani wagaa dabalatan ayyani wagga dabalatan Mana Abba kenya dabalataan Ebbi Waaqaa yaaseenu dabalataan Daammifi Ananii dabalataan Itti nuuf yaa roobuu dabalataan Mana Harmee keenyaa dabalataan Eebbi waaqaa yaa seenuu dabalataan Dammii fi Aananii dabalataa Itti nuuf yaa roobu Ayyani wagaa ×2 Akkuma jirtaniin sinhin qoodin Kiristoos Mirgaasaa sinaa dhaabuu Dhaaltuu mootummasaa Sinaa taasisuu Akkuma jirrunii nuhinqoodin Kiristoos mirgaasaa nuhaa dhaabuu Dhaaltuu Mootumaasaa nuhaa taasisu Akuma jiruunii Nuhinqoodin Kiristoos mirgaasaa Nuhaa dhaabuu Waggaasaas nagaadhan Nuun haa gahuu Qulqullu ergamoota qulqullu tolootaa Eebbi waaqayyo Mana hundaa seenu Mana hundaa×2 Eebbi waaqa yaa seenu ==•|•== ⛓Faaruu Buhee 👇👇Miseensa ta'aa! ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
12