#Faarfataan tokko Hojii kooti jedhe qooda kadhachuu fi Macaafa Qulqulluu dubbisuu #Sirba dhaggeeffachu, fi qodaa hafuuraan of guddisuu #view video isaa guddisuu fi beekamti barbaachaaf #sirba irraa yeedaloo fi shubbisaa yeroo copy godhan yeroo amma baay'ina mul'acha jiraa. #Yeroo amma Faarfannaa afaan oromoo garamitti akka deema jiruu baay'ee yaadessa ta'aa dhufeera jiraa. #Sadarka Faarfaanna fi sirba gargar basuun isaa Ulfatuu irraa geenye jiraa. linki kana tuqaadha dhageeffadha gutuumma isaa 👇👇 Fafakkeessitu Eenyuu ?🤔 GIRMA OLJIRA Ibsa far. Solomon Adugna... https://youtube.com/watch?v=fxRuqHgD-Tc&si=4DZoZ05hjrzzJxGw 🔴 Fafakkeessitu Eenyuu ?🤔 GIRMA OLJIRA Ibsa far. Solomon Adugna... https://youtube.com/watch?v=fxRuqHgD-Tc&si=gWxtlIHdzALSRXW-
YouTube🔴 Fafakkeessitu Eenyuu ?🤔 GIRMA OLJIRA Ibsa far. Solomon Adugna Kenne.Video kuni duudhaa faarfannaa guutummaatti kan cabsee fi amantii kristaana illee kani Arbasisisedha. Video Farfaanna jedhame kana keessaatti Gurmuun Shubbistootaa fi Hawwisoo sir…
3
3
1