Haadha manaa isaatu bakka inni rafutti Zayitii danfistee itti naqxe😪… — Faarfannaa Haaraa 🎶 — TG.ME

#Haadha manaa isaatu bakka inni rafutti Zayitii danfistee itti naqxe😪 Sanuu irra deddeebiin. Zayitii qofa osoo hin taane meeshaa waraanaa ( Shugguxii) illee itti qabdeetti jedhame. “Waaqayyo kan itti ga'isan miti'o, hin gowwoominaa! Namni immoo waanuma facaase in galfata.” — Gal. 6:7 🔴Abdii Raggaasaa Ni Salphaatte😭 Garaa Waldaa Araara Deemuu Qaba🤔 Ijoolle... https://youtube.com/watch?v=eocr1eIof7I&si=FlLe6sTsFC3uq9FV

YouTube🔴 Salphina Guddaa Abdii Raggasa 😭 Garaa Waldaa Araara Deemuu Qaba🤔 Ijoollen Muslima ... #rebunimediaHaadha manaa isaatu bakka inni rafutti Zayitii danfistee itti naqxe. Sanuu irra deddeebiin. Zayitii qofa osoo hin taane meeshaa waraanaa ( Shugguxii) illee itti qabdeetti jedhama j…
March 4, 2026 3.5K 3