#Baay'ee nama gaddisa 😭. Sababa mana amanta kannenii biroo irraa mormiin isaa muddateef digamee 🤔 #Dhima kana irraatti Dhabbani oromoo Bible society ibsa gaha akka kennu kabaja guddaadhan gaafanna. #Kristaanoonni siidaa Abbaa gammachis fi Aster ganno magalaa nekemte tti akka dhabbatuf sagalee Keenya haa Dhaggeessifannu . Dhimma kana irraatti video hojettame linki kana tuqaadha dhageeffadha 👇👇 https://youtube.com/watch?v=zCIyzcdK0bc&si=9n4ZEkbP9YCx3j_4 https://youtube.com/watch?v=zCIyzcdK0bc&si=9n4ZEkbP9YCx3j_4 Magalaa Naqamteetti Siidaan OnesmoosFi Aster Ganno Ijaarsa Jalqabe Ture... https://youtube.com/watch?v=zCIyzcdK0bc&si=9n4ZEkbP9YCx3j_4
YouTubeMagalaa Naqamteetti Siidaan OnesmoosFi Aster Ganno Ijaarsa Jalqabe Turee Addaan Citee😢#rebunimediaSababa Siidan Abbaa gammachis fi Aster ganno addaa citeef akka keessa beektotnni tokko tokko jedhanitti Sababa mana amanta kanneni biro irraa mormiin Muddateef akka ta'ee oddeef…
7
3
2February 27, 2026 4.5K 2