Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu bekkameera 🕓Barattoonni… — EYOB TECH — TG.ME

📣Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu bekkameera

🕓Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna.

✔️Har'a sa'aa booda ykn boru ganama irraa kaasuun barattoonni kutaa 12ffaa bu'aa qormaata isaanii akka ilaalan ni taasifama.

✔️Qabxiin yemmuu gadi lakkifamu qabxii keessan karaawwan armaan gadiidhaan ilaluu ni dandeessu:-👇👇


1.
https://result.eaes.et

2.
https://result.neaea.gov.et
             
3.
https://t.me/eaesbot

4.   SMA 
➡️    6284

Hiriyoota keessanif share godhaa

🫶Result gaarii isinif haa tahu

Ilaalladhaa amma gadi dhiifameeraa 🎉🎉🎉


✈️@Eyob_Tech
❤8👏3👍2
August 25, 2026 866 4