Akkuma argitan application kun kan CBE bank yoo ta'u CBE CONNECT… — EYOB TECH — TG.ME

🏦 Akkuma argitan application kun kan CBE bank yoo ta'u CBE CONNECT jedhama

📱 Amma kunoo akkuma argitan option ittiin paypal waliin connect ta'uu danda'u fidee jira

💰 Yeroo dhiyootti immoo paypal banuun ethiopia keessatti baayyee salphaa akka ta'u abdiin qaba

Kana jechuun yeroo amma namoonni hojii online garaagaraa hojjettanii paypal irraa maallaqa qabdan karaa salphaa gara CBE connect dabarsuun baafachuu dandeessu jechuudha

☕️ Odeeffannoo dabalataaf channel keenya join gochuu hin dagatiinaa

🌐@Eyob_Tech
❤8👍2
July 28, 2026 2K 4