Qabxiin kutaa 12ffaa har'a halkan irraa eegalee ni gadhiifama… — ETHIOPIAN DIGITAL LIBRARY — TG.ME

Qabxiin kutaa 12ffaa har'a halkan irraa eegalee ni gadhiifama. Hoggantoonni Ministeera Barnootaa ibsa kennuuf galma walga'ii Ministeera Barnootaatti ammaan tana argamanii jiru; ibsichis sa'aatii 10:00 irratti kan eegalu ta'a. ​Carraa gaarii! @ethiolibrary1

👍8❤5
August 22, 2026 4.1K 1