Forwarded from*Dodola Special Boarding School*stakeholders
Urjiiwwan koo, baga injifattan! 🌟🏆🎉 Milkaa’ina keessaniin baay’ee boonna. Carraan kun jalqaba qofa; gara fuulduraatti injifannoo fi milkaa’ina caalu isin haa eeggatu! Urjiiwwan keenya, ifa dhalootaati! ✨
8
5
1
1August 25, 2026 4.3K 3 8