Gowwaan akkana siin ja’a: "Nama waa'ee kee hin gaafanne, atiis waa’ee… — Bisharo Abdi official — TG.ME

Gowwaan akkana siin ja’a: "Nama waa'ee kee hin gaafanne, atiis waa’ee isa hin gaafatin (dantaa irraa dhabi."

Ergamaan Rabbii (ﷺ) ammoo akkana siin ja’a: "Nama si mure maxxanfadhu ; nama si miidheef dhiifama godhi; nama badii sirratti raawwateef tola ooli..."

اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد وعلى آله وصحبه وسلم تسليما كثيرا


Join 👇
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4
❤16👏4
August 12, 2026 991 4