$VERY Airdrop Kanaan dura maxxansa tokko keessatti waa’ee Very Airdrop kana isiniif ibseen ture. Yeroo sana namoonni muraasni kan jalqaban yoo jiraatan illee osoo itti hin fufin karatti dhaabanii jiru. Ani Airdrop kana ittifufinsaan hojjachaa kaniin jiru yoo ta'u, KYC verification xumuruun guyyaa hara First Migration'n Wallet Wallet kiyya irratti naaf galee jira. Airdrop kuni long-term project yoo ta'u, ni jalqabame malee hin xumuramne. Kanaafuu atilleen Airdrop kana hojjachuuf carraa guddaa qabda. Airdrop kana jalqabuuf tartiiba armaan gadii hordofuu qabdu. 1 Liinkii armaan gadii banuun Application Playstore irraa buufachuu qabdu. 2 Sign Up With Google godhuun username fi nickname keessan ni barreessitu. 3 Invitation Code sbopress ni fayyadamtu. 4 Sana booda mining keessan guyyaa guyyaan jalqabsiisuun irratti hirmaachuu ni dandeessu. Invitation Code 👉 sbopress Link Ittiin Jalqabdan: 👉 https://invite.verychat.io/sbopress
104
7