Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Barsiisonni jijjiirraa iddoo… — SBO Press — TG.ME

Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Barsiisonni jijjiirraa iddoo hojii barbaaddan hundi guyyaa 08/12/2018 irraa hanga 12/12/2018 tti liinkii armaan gadii kana fayyadamuun website jijjiirraa barsiisotaaf qophaa'ee seentanii Godina ykn Aanaa barbaaddanitti fedhii keessan guuttachuu ni dandeessu. Carraa Gaarii! Liinkii 👉 https://tmis.oeb.gov.et

1❤122👍51👏35🥰10🔥2
August 11, 2026 33.9K 35 446