Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Manneen… — SBO Press — TG.ME

Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa Biiroon Barnootaa Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa waliin ta'un namoota ulaagaa guutanii hojii baruu fi barsiisuu irra jiran wal dorgomsiisee MBIBBA Sadarkaa 2ffaaf ramaduu barbaada. Kanaafuu namoonni ulaagaa document irratti ibsamee guuttan galmooftanii dorgomuu ni dandeessu. Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

❤51🔥10🥰1👏1
August 10, 2026 32.6K 4 30