Beeksisa Ariifachiisaa Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa BBO wajjiin ta'uun barattoota kutaa 12ffaa xumuranii ulaagaalee qajeelfama kana irra jiru guutan fi fedhii qaban Hagayyaa Bara 2018 irraa eegalee barsiisota barnoota bu'uura boruu sadarkaa sartifikeetiitiin leenjisuu barbaada. Kanaafuu namoonni ulaagaa jedhamee guuttan fi fedhii qabdan hundi galmooftanii dorgomuu ni dandeessu. ✅️ Iddoon galmee Yunivarsiitii Naannoo Oromiyaa Kaaampaasiwwan 14n irratti ta'a. ✅️ Guyyaan galmee Adoolessa 30 hanga Hagayyaa 4 qofa. Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha. 👇👇👇👇👇👇 ✅️ @OroAcademic
79
22
8
7August 6, 2026 38.3K 13 43