BEEKSISA Barattoota Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf… — SBO Press — TG.ME

BEEKSISA Barattoota Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf. Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Guyyaa Boruu, Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 - 6:00tti akka ifoomu beekkamee jira. Kanaafuu guyyaa boruu irraa jalqabee website armaan gadii irratti maqaa keessanii fi lakkofsa galmee keessan galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Website: 👉 http://ce6.ministry.et/

👍105❤101🔥37👏34
July 30, 2026 41.6K 18 132